BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | MAATEWOS 27-28
Dhaqaatii Barattoota Godhaa—Maaliif, Eessatti, Akkamitti?
Maaliif? Yesuus Yihowaa biraa aangoo guddaa fudhateera
Eessatti? Yesuus, “saba hundumaa keessaa namoota” barattoota isaa akka godhan duuka buutota isaa ajajeera
Wanta Yesuus ajaje hunda akka eegan namoota kaan barsiisuun wanta itti fufiinsa qabu dha
Wantoota Yesuus ajaje namoota kan barsiisnu akkamitti?
Barattoonni keenya barumsa Yesuus hojii irra akka oolchan gargaaruu kan dandeenyu akkamitti?
Barattoonni keenya fakkeenya Yesuus akka hordofan gargaaruu kan dandeenyu akkamitti?