BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | MAARQOS 1-2
“Cubbuun Kee Siif Dhiifameera”
Dinqii kana irraa maal baranna?
Dhukkubni cubbuu dhaallee wajjin kan wal qabatu dha
Yesuus dhiifama cubbuu gochuu aangoo qaba; akkasumas namoota dhukkubsatan fayyisuuf humna qaba
Yesuus Mootummicha jalatti cubbuu fi dhukkuba bara baraaf ni balleessa
Yeroon dhukkubsadhutti Maarqos 2:5-12 jabaadhee dhaabbachuuf kan na gargaaru akkamitti?