BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | MUL’ATA 13-16
Bineensota Nama Sodaachisan hin Sodaatinaa
Eenyummaa bineensota Mulʼata boqonnaa 13 irratti argaman beekuun keenya wanta ilmaan namootaa akka walii galaatti godhan, jechuunis isaan sodaachuu ykn deggeruudhaan isaan hordofuu irraa akka of qusannu nu gargaara.
BINEENSOSTA KANA WANTA ISAAN BAKKA BUʼANII WAJJIN WALITTI FIROOMSI
BINEENSOTA
HUMNOOTA ADDUNYAA
Mootummaa Addunyaa Angiloo Ameerikaa
Waldaa Mootummoota Addunyaa fi yeroo booda isa kan bakka buʼe Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii
Seexana isa Diyaabilos jedhame
Mootummoota Waaqayyoon morman hunda