BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | BA’UU 13-14
‘Jabaadhaa Dhaabadhaatii Gocha Waaqayyo Isin Fayyisuudhaaf Raawwatu Ilaalaa!’
Yihowaan Fayyisaa namaaf yaadu dha. Yeroo Israaʼeloonni biyya Gibxiitii baʼanitti baayʼee akka isaaniif yaadu kan argisiise akkamitti?
Isaan gurmeesseera.—Bau 13:18
Qajeelfama isaaniif kenneera, eegumsas isaaniif godheera.—Bau 14:19, 20
Ijoollee fi maanguddoota dabalatee guutummaa saba isaa oolcheera.—Bau 14:29, 30
Rakkina guddaa wajjin haala wal qabateen amanannaa akkamii qabaachuu dandeessa?—Isa 30:15