Miiljalee
a Akka 1 Mootota 3:16 jedhutti dubartoonni kun lamaanuu sagaagaltoota dha. Kitaabni Insight on the Scriptures jedhuu fi Dhugaa Baatota Yihowaatiin qophaaʼe akkas jedha: “Dubartoonni kun sagaagaltoota kan jedhaman maallaqa argachuuf hojii kana irratti akka bobbaʼan argisiisuuf utuu hin taʼin, ejja akka raawwatan argisiisuuf taʼuu dandaʼa; Yihudoota ykn irra caalaa immoo dubartoota biyya ormaa taʼuu dandaʼu.”