Miiljalee
b Keeyyata 8: Wantoota caqasoota kana keessatti ibsaman keessaa tokko, ‘warri fo’aman walitti akka qabaman’ kan dubbatudha. (Mat. 24:31) Kanaafuu, dibamtoonni erga rakkinni guddaan jalqabee booda lubbuudhaan lafarra jiran hundi, waraanni Armaagedoon jalqabuusaa dura yeroo ta’e tokkotti gara samii kan dhaqan fakkaata. Yaadni kun, ibsa “Gaaffii Dubbistootaa” Masaraa Eegumsaa, Hagayya 15, 1990, fuula 30rra (Ingiliffa) jiru kan sirreessudha.