Miiljalee
a Yeroo dhihootti “rakkinni guddaan” ilmaan namootaatti akka dhufu ni beekna. Yeroo sanatti tajaajiltoota Yihowaa maaltu isaan mudata? Yihowaan hoo maal akka goonu nu irraa eega? Amanamoo taanee jiraachuuf amaloonni yeroo ammaatti cimsachuu qabnu kam faʼi? Mata duree kana keessatti gaaffiiwwan kanaaf deebii arganna.