Miiljalee
a Mirga kadhannaadhaan Yihowaatti dhihaachuuf qabnuuf iddoo guddaa kennina. Kadhannaan keenya akkuma ixaana urgaa gaarii qabuu kan isa gammachiisu akka taʼu barbaanna. Mata duree kana keessatti waaʼee maalii kadhachuu akka dandeenyu ilaalla. Yeroo warra kaan bakka buunee akka kadhannu affeeramnutti qabxiilee sammuutti qabachuu qabnu muraasas ni ilaalla.