FULBAANA 4-10
HISQI’EL 42-45
Faarfannaa 31 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Waaqeffannaan Dhugaa Deebiʼee Hundeeffame!”: (Daq. 10)
His 43:10-12—Mulʼanni Hisqiʼel mana qulqullummaa ilaalchisee arge, Yihudoonni boojuu jala jiran yaada jijjiirrachuuf akka kakaʼan gargaareera; akkasumas waaqeffannaan dhugaa sadarkaa guddaa isa duriitti akka deebiʼu isaaniif mirkaneesseera (w99-AM 3/1 8 key. 3; it-2 1082 key.2)
His 44:23—Luboonni, “garaagarummaa isa qulqulluu fi isa qulqulluu hin taʼin gidduu jiru” barsiisu
His 45:16—Sabichi, namoota Yihowaan akka isaan geggeessaniif muude ni deggera (w99-AM 3/1 10 key.10)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)
His 43:8, 9—Israaʼeloonni maqaa Waaqayyoo kan xureessan akkamitti? (it-2-E 467 key. 4)
His 45:9, 10—Yihowaan namoonni isa biratti fudhatama argachuu barbaadan, yeroo hunda maal akka godhan isaan irraa eega? (it-2-E 140)
Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) His 44:1-9
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Ittiin Lixa Jiʼa Kanaa Qophaaʼi: (Daq. 15) “Ittiin Lixa” irratti mariʼadhaa. Ittiin lixa viidiyoodhaan qophaaʼe hunda erga taphachiistee booda, yaada ijoo isaa irratti mariʼadhaa.
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
“Waaqeffannaa Qulqulluudhaaf Bakka Guddaa Kennuu kan Qabdu Maaliifi?”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) kr boq. 11 key. 9-21
Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)
Faarfannaa 13 fi Kadhannaa