-
“Dhaqaatii . . . Namoota Barattoota Koo Godhaa”“Kottuutii Duuka Buutuu Koo Taʼi”
-
-
11 Yesuus barattoonnisaa Yihowaatti akka amanaman barsiiseera. Akkana isaaniin jedhee ture: “Warqii yookiin meetii yookiin sibiila diimaa sabbata keessanitti hin gudunfatinaa; yookiin karaadhaaf korojoo nyaataa yookiin uffata lama yookiin kophee yookiin ulee hin qabatinaa; sababiin isaas, namni hojjetu wanta nyaatu argachuu qaba.” (Maatewos 10:9, 10) Bara duriitti imaltoonni saantima ni guduunfatu, akkasumas korojoo nyaata itti baatanii fi kophee dabalataa ni qabatu turan.a Yesuus barattoonnisaa waaʼee wantoota kanaa akka hin dhiphanne yommuu isaanitti himu, “Yihowaan wanta isin barbaachisu waan isiniif kennuuf, guutummaatti isatti amanamaa” isaaniin jechaa ture. Keessummoota simachuun Israaʼel keessatti baramaa waan tureef, Yihowaan namoonni misiraachicha fudhatan akka isaan simatan kakaasuudhaan, wanta isaan barbaachisu isaaniif guuta ture.—Luqaas 22:35.

a Sabbanni maallaqaa sabbata mudhiitti hidhamuu fi kiisii maallaqa keessa kaaʼan qabudha. Korojoon nyaataa korojoo guddaa yeroo baayʼee gogaarraa hojjetamuu fi gateettiirratti baatamudha; korojoon kun nyaataa fi wantoota barbaachisan kan biroo baachuuf tajaajila.
-