-
“Kanaafan Ergame”“Kottuutii Duuka Buutuu Koo Taʼi”
-
-
5. Hojiin Yesuus inni guddaan maal ture? Boqonnaa kana keessatti waaʼee maalii qorra?
5 Yeroo tokko Yesuus, “Misiraachoo Mootummaa Waaqayyoo . . . lallabuun qaba; sababiin isaas, ani kanaafan ergame” jedhee ture. (Luqaas 4:43) Eeyyee, Yesuus kan ergame, misiraachoo Mootummaa Waaqayyoo akka lallabuu fi akka barsiisuufi.b Duuka buutonni Yesuus yeroo harʼaa jiranis hojii kana hojjetu. Kanaaf, Yesuus maaliif akka lallabe, maal akka lallabee fi hojiisaa kanaaf ilaalcha akkamii akka qabu qoruun keenya barbaachisaadha.
-
-
“Kanaafan Ergame”“Kottuutii Duuka Buutuu Koo Taʼi”
-
-
b Lallabuu jechuun ergaa tokko labsuu ykn beeksisuu jechuudha. Barsiisuun, lallabuu wajjin hiika wal fakkaatu kan qabu taʼus, ergaa tokko gadi fageenyaa fi balʼinaan ibsuu dabalata. Akka gaariitti barsiisuun, barattoonni garaansaanii tuqamee wanta dhagaʼan hojiirra akka oolchan isaan kakaasuuf mala barbaaduu dabalata.
-