-
Ayyaana Yaadannoo Irratti kan Argamnu Maaliifi?Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa)—2022 | Amajjii
-
-
2 Waggaa waggaadhaan, addunyaa maratti namoonni miliyoonaan lakkaaʼamnu duʼa nama baayʼee jaallannuu, jechuunis duʼa Yesuus Kiristoos kabajuuf walitti qabamna. (1 Phe. 1:8) Kana kan goonu Yesuus isa cubbuu fi duʼa jalaa bilisa nu baasuuf jecha lubbuu isaa furii godhee kenne yaadachuufi. (Mat. 20:28) Yesuus iyyuu duuka buutonni isaa duʼa isaa akka yaadatan barbaada. Galgala duʼuu isaa dura turetti irbaata addaa kan qopheesse yeroo taʼu, “Kana yeroo hundumaa yaadannoo kootiif godhaa” jedhee ajajeera.—Luq. 22:19.
-
-
Ayyaana Yaadannoo Irratti kan Argamnu Maaliifi?Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa)—2022 | Amajjii
-
-
b Kakuu haaraa fi kakuu Mootummichaa ilaalchisee odeeffannoo dabalataa argachuuf mata duree, “‘Mootummaa Lubootaa’ Ni Taatu” jedhu isa maxxansa Masaraa Eegumsaa Onkoloolessa 15, 2014 ful. 15-17 irratti baʼe ilaali.
-