BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | ROOMAA 7-8
‘Hawwii Guddaadhaan Eeggachaa Jirtuu?’
‘Uumama’: ilmaan namootaa abdii bara baraaf lafarra jiraachuuf abdatan
“Mulʼachuu ijoollee Waaqayyoo”: yeroo dibamtoonni Kiristoosii wajjin taʼanii sirna Seexanaa hamaa kana balleessuu irratti hirmaatan
“Karaa abdii sanaa”: waadaa Yihowaan karaa duʼaa fi duʼaa kaʼuu Yesuus bilisa baasuuf gale
‘Garbummaa tortoruu jalaa bilisa baʼuu’: suutuma suuta miidhaa cubbuu fi duʼaa jalaa bilisa baʼuu