-
Gaaffii DubbistootaaMasaraa Eegumsaa—2014 | Sadaasa 15
-
-
Mulʼanni 11:3 waaʼee dhuga-baatota guyyaa 1,260f raajii dubbatanii ibsa. Seenaan kun itti fufuudhaan, bineensichi “isaan moʼuuf, isaan ajjeesuufis” akka jiru dubbata. Haataʼu malee, “guyyaa sadii fi walakkaa” booda deebiʼanii kan jiraachifaman siʼa taʼu, kunis namoota isaan argan hunda dinqisiiseera.—Mul. 11:7, 11.
-
-
Gaaffii DubbistootaaMasaraa Eegumsaa—2014 | Sadaasa 15
-
-
Yaadawwan olitti ibsaman kana lamaan maaltu wal fakkeessa? Yaadawwan lamaanirrattiyyuu seenichi kan dubbatu, waaʼee dibamtoota yeroo rakkisaa taʼetti saba Yihowaa geggeessaa turaniiti. Kanaafuu, yeroo Mootummaan Waaqayyoo bara 1914tti hundeeffametti obboloonni dibamoon dursa fudhatanii geggeessaa turan, “uffata gaddaa uffatanii”a waggaa sadii fi walakkaaf yeroo lallabanitti Mulʼanni boqonnaan 11 raawwiisaa argateera.
-