BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | MUL’ATA 20-22
“Kunoo, Ani Wantoota Hundumaa Haaraa Nan Godha”
Yihowaan wantoota hunda haaraa gochuuf waadaa galeera.
“Samii haaraa”: Bulchiinsa haaraa haalawwan lafa irra jiran irratti qajeelummaan akka dagaagu taasisu
“Lafa haaraa”: Hawaasa bulchiinsa Waaqayyootiif bitamuu fi ulaagaa qajeelinaa isaa eegee jiraatu
“Wantoota hundumaa haaraa”: Miidhaan qaamaa, sammuu fi miiraa nama dhiphisan wantoota nama gammachiisanii fi guyyaa guyyaadhaan arginuun bakka buufamu