-
Baʼuu 3:21Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
21 Anis sabni kun warra Gibxii duratti ulfina akka argatu nan godha; isinis yommuu deemtan, matumaa harka duwwaa hin baatan.+
-
-
Baʼuu 11:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Dhiironnii fi dubartoonni hundi olloota isaanii irraa faayawwan meetii fi warqii akka gaafatan sabichatti himi.”+
-
-
Faarfannaa 105:37Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
37 Sabni isaa meetii fi warqii fudhatanii akka baʼan godhe;+
Gosoota isaanii keessaa kan gufate tokko illee hin turre.
-