Baʼuu 1:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Israaʼelonni* wal horanii akka malee baayʼachuu jalqaban; isaan saffisa guddaadhaan wal horuu fi ciccimoo taʼuu isaanii itti fufan; kanaafuu, isaan biyyattii keessa ni guutan.+ Faarfannaa 105:24, 25 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Waaqayyo sabni isaa baayʼee akka horan godhe;+Diinota isaanii caalaas jajjaboo akka taʼan godhe;+25 Tajaajiltoota isaa irratti mala akka qopheessaniif,Garaan diinota isaanii jijjiiramee saba isaa akka jibbu godhe.+
7 Israaʼelonni* wal horanii akka malee baayʼachuu jalqaban; isaan saffisa guddaadhaan wal horuu fi ciccimoo taʼuu isaanii itti fufan; kanaafuu, isaan biyyattii keessa ni guutan.+
24 Waaqayyo sabni isaa baayʼee akka horan godhe;+Diinota isaanii caalaas jajjaboo akka taʼan godhe;+25 Tajaajiltoota isaa irratti mala akka qopheessaniif,Garaan diinota isaanii jijjiiramee saba isaa akka jibbu godhe.+