14 Sababiin isaas, lubbuun foon akkamii iyyuu dhiiga isaa ti; lubbuun achi keessa jira. Kanaan kan kaʼes ani Israaʼelotaan, “Lubbuun foon akkamii iyyuu dhiiga isaa waan taʼeef, dhiiga foon akkamii iyyuu nyaachuu hin qabdan. Namni isa nyaatu kam iyyuu ni balleeffama”+ jedheera.