-
Keessa Deebii 18:12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 Sababiin isaas, namni wantoota kana raawwatu kam iyyuu Yihowaa duratti jibbisiisaa dha; Waaqni kee Yihowaan si duraa isaan ariʼaa kan jirus gochawwan jibbisiisoo kanaan kan kaʼe dha.
-