Uumama 43:29 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 29 Ol jedhee obboleessa isaa Biiniyaam isa ilma haadha isaa+ taʼe sana ilaalee, “Kun obboleessa keessan isa quxisuu isa waaʼee isaa natti himtan sanaa?” isaaniin jedhe.+ Itti dabaluudhaanis, “Yaa ilma koo, Waaqayyo gaarummaa isaa sitti haa argisiisu” jedhe. Uumama 46:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Ilmaan Biiniyaam,+ Beelaa, Bekeer, Ashbeel, Geeraa,+ Naʼamaan, Eehii, Roosh, Muuphiim, Hufiimii+ fi Ardii+ turan. Lakkoofsa 2:22, 23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Itti aansuudhaan gosti Biiniyaam ni buufata; Abidaan+ ilmi Giidewonii ajajaa ilmaan Biiniyaami. 23 Warri raayyaa waraanaa isaa keessatti galmeeffaman 35,400 turan.+
29 Ol jedhee obboleessa isaa Biiniyaam isa ilma haadha isaa+ taʼe sana ilaalee, “Kun obboleessa keessan isa quxisuu isa waaʼee isaa natti himtan sanaa?” isaaniin jedhe.+ Itti dabaluudhaanis, “Yaa ilma koo, Waaqayyo gaarummaa isaa sitti haa argisiisu” jedhe.
21 Ilmaan Biiniyaam,+ Beelaa, Bekeer, Ashbeel, Geeraa,+ Naʼamaan, Eehii, Roosh, Muuphiim, Hufiimii+ fi Ardii+ turan.
22 Itti aansuudhaan gosti Biiniyaam ni buufata; Abidaan+ ilmi Giidewonii ajajaa ilmaan Biiniyaami. 23 Warri raayyaa waraanaa isaa keessatti galmeeffaman 35,400 turan.+