-
Faarfannaa 78:26, 27Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
26 Bubbee bahaa samiiwwan keessatti ni kakaase,
Bubbeen kibbaas humna isaatiin akka bubbisu godhe.+
27 Foon akkuma biyyootti,
Simbirrootas akkuma cirracha qarqara galaanaatti isaan irratti roobse.
-