Keessa Deebii 11:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 “Isinis dubbiiwwan koo kana garaa keessanittii fi lubbuu* keessanitti qabadhaa; harka keessan irrattis akka yaadannootti hidhadhaa; isaan adda keessan irratti* akka marata mataa haa taʼan.+
18 “Isinis dubbiiwwan koo kana garaa keessanittii fi lubbuu* keessanitti qabadhaa; harka keessan irrattis akka yaadannootti hidhadhaa; isaan adda keessan irratti* akka marata mataa haa taʼan.+