Abbootii Murtii 2:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Yeroo kanatti dheekkamsi Yihowaa Israaʼel irratti ni bobaʼe; kanaafuu, warra isaan saamanitti dabarsee isaan kenne.+ Diinota naannoo isaaniitti argamanitti dabarsee isaan gurgure;+ sana booda isaan diinota isaanii dura dhaabbachuu hin dandeenye.+ 1 Saamuʼel 12:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Haa taʼu malee, isaan Waaqa isaanii Yihowaa waan irraanfataniif, inni harka Siseeraa+ isa ajajaa raayyaa waraanaa Hazoor taʼetti, harka Filisxeemotaattii+ fi harka mootii Moʼaabitti+ dabarsee isaan gurgure;+ isaanis isaan ni waraanan.
14 Yeroo kanatti dheekkamsi Yihowaa Israaʼel irratti ni bobaʼe; kanaafuu, warra isaan saamanitti dabarsee isaan kenne.+ Diinota naannoo isaaniitti argamanitti dabarsee isaan gurgure;+ sana booda isaan diinota isaanii dura dhaabbachuu hin dandeenye.+
9 Haa taʼu malee, isaan Waaqa isaanii Yihowaa waan irraanfataniif, inni harka Siseeraa+ isa ajajaa raayyaa waraanaa Hazoor taʼetti, harka Filisxeemotaattii+ fi harka mootii Moʼaabitti+ dabarsee isaan gurgure;+ isaanis isaan ni waraanan.