Keessa Deebii 26:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 oomisha* lafa biyya kee isa Waaqni kee Yihowaan siif kennu irraa walitti qabattu hundumaa keessaa firiiwwan jalqabaa muraasa fuudhii guubootti naqiitii gara bakka Waaqni kee Yihowaan maqaan isaa achi akka jiraatu filatu sanaa dhaqi.+
2 oomisha* lafa biyya kee isa Waaqni kee Yihowaan siif kennu irraa walitti qabattu hundumaa keessaa firiiwwan jalqabaa muraasa fuudhii guubootti naqiitii gara bakka Waaqni kee Yihowaan maqaan isaa achi akka jiraatu filatu sanaa dhaqi.+