-
Keessa Deebii 6:6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Dubbiin ani harʼa si ajaju kun garaa kee keessa haa taaʼu;
-
-
Keessa Deebii 11:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 “Waaqa kee Yihowaa jaalladhu;+ yeroo hundumaas dirqama inni si irraa eegu, dambiiwwan isaa, heerawwan isaa fi ajajawwan isaa eegi.
-
-
Faarfannaa 119:34Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
34 Seera kee akkan hojii irra oolchuuf,
Garaa koo guutuudhaanis akkan isa eeguuf,
Hubannaa naaf kenni.
-