Baʼuu 23:27 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 27 “Utuu ati achi hin gaʼin isaan akka na sodaatan nan godha;+ saboonni si lolan hundi akka burjaajaʼan nan godha; diinonni kee hundi moʼamanii si duraa akka baqatan* nan godha.+ Keessa Deebii 11:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Yihowaan saboota kana hundumaa isin duraa ni ariʼa;+ isinis saboota isin caalaa ciccimoo taʼanii fi uummata hedduu qaban biyyaa ni ariitu.+
27 “Utuu ati achi hin gaʼin isaan akka na sodaatan nan godha;+ saboonni si lolan hundi akka burjaajaʼan nan godha; diinonni kee hundi moʼamanii si duraa akka baqatan* nan godha.+
23 Yihowaan saboota kana hundumaa isin duraa ni ariʼa;+ isinis saboota isin caalaa ciccimoo taʼanii fi uummata hedduu qaban biyyaa ni ariitu.+