5 Innis gara Balaʼaam ilma Beʼor isa Phetoor+ ishii biyya dhalootaa isaa keessa Lagicha biratti argamtu sana keessa jiraatutti ergamtoota ni erge. Akkana jedhees isatti ni dhaame: “Kunoo, sabni tokko biyya Gibxii keessaa baʼee dhufeera. Fuula lafaas uwwiseera;+ asuma na fuuldura jiraachaa jira.