-
Lakkoofsa 22:5, 6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Innis gara Balaʼaam ilma Beʼor isa Phetoor+ ishii biyya dhalootaa isaa keessa Lagicha* biratti argamtu sana keessa jiraatutti ergamtoota ni erge. Akkana jedhees isatti ni dhaame: “Kunoo, sabni tokko biyya Gibxii keessaa baʼee dhufeera. Fuula* lafaas uwwiseera;+ asuma na fuuldura jiraachaa jira. 6 Sabichi ana caalaa cimaa waan taʼeef, maaloo, kottuutii saba kana naaf abaari.+ Inni ati eebbiste kan eebbifame, inni ati abaarte immoo kan abaarame akka taʼu akka gaariitti waanan beekuuf, tarii sabicha moʼuu fi biyyattii keessaa ariʼuu nan dandaʼa taʼa.”
-