1 Saamuʼel 14:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 (Ahiyaan ilmi Ahixuub+ efuudii uffatee kan ture yeroo taʼu, Ahixuub obboleessa Ikaabood,+ ilma Finahaas,+ ilma Eelii+ isa Shiilootti+ luba Yihowaa ture sanaa ti.)+ Namoonni sun Yonaataan deemuu isaa hin beekne turan.
3 (Ahiyaan ilmi Ahixuub+ efuudii uffatee kan ture yeroo taʼu, Ahixuub obboleessa Ikaabood,+ ilma Finahaas,+ ilma Eelii+ isa Shiilootti+ luba Yihowaa ture sanaa ti.)+ Namoonni sun Yonaataan deemuu isaa hin beekne turan.