2 Saamuʼel 5:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Daawit Kebroonii erga dhufee booda Yerusaalem keessatti saajjatootaa+ fi haadhotii manaa dabalataa ni fuudhe; ijoollee dhiiraa fi ijoollee durbaa dabalataas ni dhalche.+ 2 Saamuʼel 15:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Kanaafuu, mootichi guutummaa maatii isaa of duukaa buusee baʼee deeme; haa taʼu malee, mootichi manicha* akka eeganiif saajjatoota+ kudhan achumatti hambise.
13 Daawit Kebroonii erga dhufee booda Yerusaalem keessatti saajjatootaa+ fi haadhotii manaa dabalataa ni fuudhe; ijoollee dhiiraa fi ijoollee durbaa dabalataas ni dhalche.+
16 Kanaafuu, mootichi guutummaa maatii isaa of duukaa buusee baʼee deeme; haa taʼu malee, mootichi manicha* akka eeganiif saajjatoota+ kudhan achumatti hambise.