-
2 Saamuʼel 23:18, 19Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
18 Abishaay+ obboleessi Yoʼaab ilmi Zeruuyaa+ dura buʼaa namoota kan biroo sadii ture; inni eeboo isaa mirmirsee namoota 300 ni ajjeese; akkuma namoota sadaniis beekamaa ture.+ 19 Inni namoota sadan kaan caalaa beekamaa fi ajajaa isaanii yoo taʼe iyyuu, sadarkaa namoonni jalqabaa sadan sun qaban hin arganne.
-