-
1 Seenaa Baraa 21:14, 15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 Achiis Yihowaan Israaʼel irratti golfaa erge;+ kanaan kan kaʼes Israaʼel keessaa namoonni 70,000 ni duʼan.+ 15 Kana malees, Waaqni dhugaan Yerusaalemiin akka balleessuuf maleekaa tokko ni erge; haa taʼu malee, inni ishii balleessuuf yommuu jedhu, Yihowaan badiisa gaʼaa jiru sana argee ni gaabbe;*+ maleekaa isa badiisa geessisaa jiru sanaanis, “Ni gaʼa!+ Amma harka kee irraa deebisi” jedhe. Maleekaan Yihowaa oobdii Ornaan+ Yebuusichaa+ bira dhaabbatee ture.
-