-
Hisqiʼel 41:24, 25Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
24 Balbaloonni sun cufaa gar lamatti banamu lama lama qabu turan. 25 Kiruubelonnii fi fakkiiwwan muka meexxii akkuma girgiddaawwan sana irratti bocamanii turanitti balbaloota iddoo qulqulluu sana irrattis bocamanii jiru turan.+ Barandaa sana fuuldura karaa alaatiin baaxiin muka irraa tolfame jira ture.
-