2 Saamuʼel 20:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Yoʼaab raayyaa waraanaa Israaʼel hundumaa irratti ajajaa ture;+ Benaayaan+ ilmi Yehoyaadaa+ immoo Kereetotaa fi Pheleetota+ irratti aangoo qaba ture. 1 Seenaa Baraa 27:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Ajajaan tuuta sadaffaa jiʼa isa sadaffaatti akka tajaajiluuf ramadame sanaa Benaayaa+ ilma Yehoyaadaa+ isa dura buʼaa lubootaa taʼe sanaa ture; garee isaa keessattis namoota 24,000 turan.
23 Yoʼaab raayyaa waraanaa Israaʼel hundumaa irratti ajajaa ture;+ Benaayaan+ ilmi Yehoyaadaa+ immoo Kereetotaa fi Pheleetota+ irratti aangoo qaba ture.
5 Ajajaan tuuta sadaffaa jiʼa isa sadaffaatti akka tajaajiluuf ramadame sanaa Benaayaa+ ilma Yehoyaadaa+ isa dura buʼaa lubootaa taʼe sanaa ture; garee isaa keessattis namoota 24,000 turan.