2 Mootota 9:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Guutummaan mana Ahaab ni bada; Israaʼel keessaa warra gargaarsa hin qabnee fi warra dadhaboo dabalatee dhiira* kan Ahaab taʼe hunda nan balleessa.+ 2 Seenaa Baraa 22:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Waaqayyo garuu Akaaziyaan gara Yooraamitti gad buʼuu isaatiin kan kaʼe kufaatiin akka isa irra gaʼu godhe; innis dhufee Yehuu+ isa ilma ilma* Niimshii taʼee fi Yihowaan mana Ahaab akka balleessuuf* dibe sana+ argachuuf Yooraamii wajjin gad buʼe.
8 Guutummaan mana Ahaab ni bada; Israaʼel keessaa warra gargaarsa hin qabnee fi warra dadhaboo dabalatee dhiira* kan Ahaab taʼe hunda nan balleessa.+
7 Waaqayyo garuu Akaaziyaan gara Yooraamitti gad buʼuu isaatiin kan kaʼe kufaatiin akka isa irra gaʼu godhe; innis dhufee Yehuu+ isa ilma ilma* Niimshii taʼee fi Yihowaan mana Ahaab akka balleessuuf* dibe sana+ argachuuf Yooraamii wajjin gad buʼe.