2 Saamuʼel 23:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Maqaan loltoota jajjaboo+ Daawit kanneen kana dha: Yosheeb Baashebet Hakmoonicha isa dura buʼaa warra sadanii taʼe.+ Inni eeboo isaa mirmirsee takkaatti namoota 800 ajjeese. 2 Saamuʼel 23:30 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 30 Benaayaa+ Phiraatonicha, Hidaay isa nama sululawwan* Gaʼaash+ taʼe,
8 Maqaan loltoota jajjaboo+ Daawit kanneen kana dha: Yosheeb Baashebet Hakmoonicha isa dura buʼaa warra sadanii taʼe.+ Inni eeboo isaa mirmirsee takkaatti namoota 800 ajjeese.