-
Iyyaasuu 13:27, 28Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
27 sululicha* keessatti immoo Beet Kaaraam, Beet Nimraa,+ Suukootii+ fi Zaafon yeroo taʼu, daangaan isaa Yordaanos taʼee fiixee gadii Galaana Kinereet*+ isa Yordaanos irraa kallattii bahaatiin argamu irraa jalqabee bulchiinsa Sihoon mootii Heshboon+ isa hafe kan dabalatu dha. 28 Kun magaalotaa fi gandeen isaanii wajjin akka maatii maatii isaaniitti dhaala Gaadotaa ture.
-