-
Keessa Deebii 20:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
20 “Diinota kee loluuf gara waraanaa dhaqxee fardeen isaanii, gaariiwwan fardaa isaanii fi loltoota isaanii warra kan kee irra lakkoofsaan baayʼee caalan yommuu argitu isaaniin kan kaʼe hin sodaatin; sababiin isaas, Waaqni kee Yihowaan inni biyya Gibxii keessaa si baase sii wajjin jira.+
-
-
Keessa Deebii 20:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 sababiin isaas, Waaqni keessan Yihowaan diinota keessan isiniif loluu fi isin oolchuuf isinii wajjin ni baʼa.’+
-
-
Iyyaasuu 10:42Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
42 Israaʼeliif lolaa kan ture Yihowaa Waaqa Israaʼel waan taʼeef, Iyyaasuun mootota kana hundumaa fi guutummaa biyya isaanii yeruma tokkotti ni qabate.+
-
-
Ermiyaas 17:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Yihowaan akkana jedha:
-