Uumama 6:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 ilmaan Waaqa dhugaa*+ ijoolleen durbaa ilmaan namootaa babbareedoo akka taʼan hubatan. Kanaafuu, warra filatan hundumaa fudhatanii haadhotii manaa godhatan. 1 Mootota 22:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Achiis Mikaayaan akkana jedhe: “Egaa, dubbii Yihowaa dhagaʼi: Ani, Yihowaan teessoo isaa irra taaʼee,+ guutummaan raayyaa samiis karaa mirga isaa fi karaa bitaa isaa isa bira dhaabbatanii+ nan arge. Iyyoob 1:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Guyyaan ilmaan Waaqa dhugaa*+ Yihowaa dura dhaabbachuuf itti seenan ni gaʼe;+ Seexannis+ isaan gidduu ni seene.+ Iyyoob 2:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Sana booda guyyaan ilmaan Waaqa dhugaa*+ Yihowaa dura dhaabbachuuf itti seenan ni gaʼe;+ Seexannis Yihowaa dura dhaabbachuuf isaan gidduu ni seene.+ Faarfannaa 89:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Samiiwwan keessatti Yihowaa wajjin wal gituu kan dandaʼu eenyu?+ Ilmaan Waaqayyoo keessaa hoo+ kan akka Yihowaa eenyu?
2 ilmaan Waaqa dhugaa*+ ijoolleen durbaa ilmaan namootaa babbareedoo akka taʼan hubatan. Kanaafuu, warra filatan hundumaa fudhatanii haadhotii manaa godhatan.
19 Achiis Mikaayaan akkana jedhe: “Egaa, dubbii Yihowaa dhagaʼi: Ani, Yihowaan teessoo isaa irra taaʼee,+ guutummaan raayyaa samiis karaa mirga isaa fi karaa bitaa isaa isa bira dhaabbatanii+ nan arge.
6 Guyyaan ilmaan Waaqa dhugaa*+ Yihowaa dura dhaabbachuuf itti seenan ni gaʼe;+ Seexannis+ isaan gidduu ni seene.+
2 Sana booda guyyaan ilmaan Waaqa dhugaa*+ Yihowaa dura dhaabbachuuf itti seenan ni gaʼe;+ Seexannis Yihowaa dura dhaabbachuuf isaan gidduu ni seene.+
6 Samiiwwan keessatti Yihowaa wajjin wal gituu kan dandaʼu eenyu?+ Ilmaan Waaqayyoo keessaa hoo+ kan akka Yihowaa eenyu?