Keessa Deebii 11:11, 12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Kanaa mannaa, biyyi isin ceetanii dhaaluuf jettan biyya gaarotaa fi sululawwanii* ti.+ Biyyattiin bishaan samii irraa roobu ni dhugdi;+ 12 ishiin biyya Waaqni kee Yihowaan kunuunsu dha. Jalqaba waggichaatii kaasee hamma dhuma waggichaatti ijji Waaqa kee Yihowaa yeroo hundumaa ishii irra jira. Hojii Ergamootaa 14:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 taʼus wanta gaarii gochuudhaan, jechuunis samii irraa bokkaa roobsuudhaan, waqtiilee firii qaban isiniif kennuudhaan,+ akkasumas nyaata akka quuftanii fi garaan keessan gammachuudhaan akka guutamu gochuudhaan+ waaʼee ofii isaa dhugaa baʼeera.”+
11 Kanaa mannaa, biyyi isin ceetanii dhaaluuf jettan biyya gaarotaa fi sululawwanii* ti.+ Biyyattiin bishaan samii irraa roobu ni dhugdi;+ 12 ishiin biyya Waaqni kee Yihowaan kunuunsu dha. Jalqaba waggichaatii kaasee hamma dhuma waggichaatti ijji Waaqa kee Yihowaa yeroo hundumaa ishii irra jira.
17 taʼus wanta gaarii gochuudhaan, jechuunis samii irraa bokkaa roobsuudhaan, waqtiilee firii qaban isiniif kennuudhaan,+ akkasumas nyaata akka quuftanii fi garaan keessan gammachuudhaan akka guutamu gochuudhaan+ waaʼee ofii isaa dhugaa baʼeera.”+