-
Faarfannaa 60:9-12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Gara magaalaa marfamtetti* kan na geessu eenyu?
Hamma Edoomitti kan na geggeessu eenyu?+
10 Yaa Waaqayyo, ati isa nu gate sana,
Yaa Waaqa keenya, ati isa raayyaawwan waraanaa keenyaa wajjin baʼuu dhiise sana mitii?+
11 Fayyinni namootaan argamu gatii waan hin qabneef,+
Dhiphina keenya keessatti nu gargaari.
-