-
Faarfannaa 38:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Dogoggorawwan koo mataa koo irratti tuulamaniiru;+
Isaan akka baʼaa ulfaatoo waan taʼaniif, ani isaan baachuu hin dandaʼu.
-
-
Daaniʼel 9:18Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
18 Yaa Waaqa koo, gurra kee as qabiitii dhagaʼi! Ija kees baniitii badiisa magaalaa keenya ishii maqaa keetiin waamamte irra gaʼe ilaali; sababiin isaas, nuti si kadhachaa kan jirru gocha qajeelummaa keenyaan utuu hin taʼin, gara laafina kee isa guddaadhaan kan kaʼe dha.+
-