Hisqiʼel 18:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 “‘Namni hamaan tokko cubbuu raawwatu hundumaa irraa yoo deebiʼe, dambiiwwan koo yoo eege, wanta haqaa fi qajeelaa taʼes yoo raawwate dhugumaan lubbuudhaan ni jiraata. Inni hin duʼu.+ Hojii Ergamootaa 3:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 “Kanaafuu, cubbuun keessan akka isinii haqamuuf+ yaada geddaradhaa,+ deebiʼaas;+ Yihowaa biraa* yeroon haareffamuu isiniif ni dhufa;
21 “‘Namni hamaan tokko cubbuu raawwatu hundumaa irraa yoo deebiʼe, dambiiwwan koo yoo eege, wanta haqaa fi qajeelaa taʼes yoo raawwate dhugumaan lubbuudhaan ni jiraata. Inni hin duʼu.+
19 “Kanaafuu, cubbuun keessan akka isinii haqamuuf+ yaada geddaradhaa,+ deebiʼaas;+ Yihowaa biraa* yeroon haareffamuu isiniif ni dhufa;