Keessa Deebii 23:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 “Waaqa kee Yihowaadhaaf wareega yoo wareegde,+ wareega sana raawwachuuf suuta hin jedhin.+ Sababiin isaas, Waaqni kee Yihowaan dhugumaan wareega sana si irraa ni barbaada; kana gochuu baannaan garuu cubbuu sitti taʼa.+ Faarfannaa 76:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Waaqa keessan Yihowaadhaaf wareega wareegaa, wareega keessanis raawwadhaa,+Warri naannoo isaatti argamtan hundi sodaadhaan kennaa keessan fidaa.+ Lallaba 5:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Inni gowwootatti waan hin gammanneef,+ yeroo Waaqayyoof wareega wareegdu hundumaatti wareega kee utuu hin turin raawwadhu.+ Wanta wareegde raawwadhu.+
21 “Waaqa kee Yihowaadhaaf wareega yoo wareegde,+ wareega sana raawwachuuf suuta hin jedhin.+ Sababiin isaas, Waaqni kee Yihowaan dhugumaan wareega sana si irraa ni barbaada; kana gochuu baannaan garuu cubbuu sitti taʼa.+
11 Waaqa keessan Yihowaadhaaf wareega wareegaa, wareega keessanis raawwadhaa,+Warri naannoo isaatti argamtan hundi sodaadhaan kennaa keessan fidaa.+
4 Inni gowwootatti waan hin gammanneef,+ yeroo Waaqayyoof wareega wareegdu hundumaatti wareega kee utuu hin turin raawwadhu.+ Wanta wareegde raawwadhu.+