-
Hisqiʼel 3:21Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
21 Haa taʼu malee, nama qajeelaa sana yoo akeekkachiiste, innis yoo cubbuu hojjechuu baate, akeekkachiisni waan isaaf kennameef inni dhugumaan jiraachuu isaa itti fufa;+ atis lubbuu kee ni oolfatta.”
-
-
Hisqiʼel 33:12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 “Atis yaa ilma namaa, ilmaan saba keetiitiin akkana jedhi: ‘Namni qajeelaan yommuu fincilutti qajeelummaan isaa isa hin oolchu;+ namni hamaanis hammina isaa irraa yommuu deebiʼutti hamminni isaa isa hin gufachiisu;+ namni qajeelaan kam iyyuu guyyaa cubbuu hojjetetti qajeelummaa isaatiin kan kaʼe lubbuudhaan jiraachuu isaa itti fufuu hin dandaʼu.+
-