-
Keessa Deebii 30:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Sabni kee hamma andaara samiitti yoo bittinnaaʼan illee, Waaqni kee Yihowaan achii walitti isin qabee deebisee isin ni fida.+
-
-
Hisqiʼel 20:34Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
34 Ani harka jabaadhaan, irree diriirfamee fi dheekkamsa guddaadhaan saboota gidduudhaa isin nan baasa; biyyoota isin itti bittinnooftan keessaas walitti isin nan qaba.+
-