LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 27:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Guyyaa sanatti xurumbaa* guddaan tokko ni afuufama;+ warri biyya Asoor+ keessatti balleeffamuu jala gaʼanii turanii fi warri biyya Gibxii+ keessa faffacaʼan dhufanii gaara qulqulluu Yerusaalem keessa jiru irratti Yihowaadhaaf ni sagadu.+

  • Hisqiʼel 34:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Isa bade nan barbaada;+ isa karaa irraa gore deebisee nan fida; isa miidhame huccuudhaan nan hidha; isa dadhabe nan cimsa; isa furdatee fi isa cimaa taʼe garuu haxaaʼee nan balleessa. Ani isatti nan murteessa; adaba isaaf malus isa irratti nan dabarsa.”

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi