Faarfannaa 78:40, 41 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 40 Isaan lafa onaa keessatti siʼa meeqa isa irratti fincila kaasan!+ Gammoojjii keessattis siʼa meeqa isa gaddisiisan!+ 41 Irra deddeebiʼanii Waaqayyoon ni qoran,+Isa Qulqulluu kan Israaʼelis ni gaddisiisan.* Isaayyaas 63:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Isaan garuu fincila kaasanii+ hafuura isaa isa qulqulluu gaddisiisan.+ Innis diina isaanii ni taʼe,+Akkasumas isaan ni lole.+
40 Isaan lafa onaa keessatti siʼa meeqa isa irratti fincila kaasan!+ Gammoojjii keessattis siʼa meeqa isa gaddisiisan!+ 41 Irra deddeebiʼanii Waaqayyoon ni qoran,+Isa Qulqulluu kan Israaʼelis ni gaddisiisan.*
10 Isaan garuu fincila kaasanii+ hafuura isaa isa qulqulluu gaddisiisan.+ Innis diina isaanii ni taʼe,+Akkasumas isaan ni lole.+