Baʼuu 20:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 “Hin ejjin.+ Keessa Deebii 5:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 “‘Hin ejjin.+ Luqaas 18:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Ajajawwan, ‘Hin ejjin,+ hin ajjeesin,+ hin hatin,+ sobaan ragaa hin baʼin,+ abbaa kee fi haadha tee kabaji’+ jedhan beekta.” Roomaa 13:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Seerri, “Hin ejjin,+ hin ajjeesin,+ hin hatin,+ hin gomjaʼin”+ jedhus taʼe, ajajni kan biraan kam iyyuu ajaja, “Nama* akka ofii keetti jaalladhu”+ jedhu keessatti walitti qabamaniiru.
20 Ajajawwan, ‘Hin ejjin,+ hin ajjeesin,+ hin hatin,+ sobaan ragaa hin baʼin,+ abbaa kee fi haadha tee kabaji’+ jedhan beekta.”
9 Seerri, “Hin ejjin,+ hin ajjeesin,+ hin hatin,+ hin gomjaʼin”+ jedhus taʼe, ajajni kan biraan kam iyyuu ajaja, “Nama* akka ofii keetti jaalladhu”+ jedhu keessatti walitti qabamaniiru.