Maatewos 19:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Taʼus Yesuus, “Mootummaan samii warra akkanaatiif waan taʼeef, ijoollee xixinnoon gara koo haa dhufan, dhiisaa, isaan dhowwuuf hin yaalinaa”+ jedhe. 1 Pheexiros 2:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Akka ijoollee reefuu dhalataniitti+ dubbii aannanii isa makaa hin qabne* dharraʼaa; kunis karaa isaa gara fayyinaatti akka guddattaniifi;+
14 Taʼus Yesuus, “Mootummaan samii warra akkanaatiif waan taʼeef, ijoollee xixinnoon gara koo haa dhufan, dhiisaa, isaan dhowwuuf hin yaalinaa”+ jedhe.
2 Akka ijoollee reefuu dhalataniitti+ dubbii aannanii isa makaa hin qabne* dharraʼaa; kunis karaa isaa gara fayyinaatti akka guddattaniifi;+